1 Saamuʼel 18:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Daawit wanta godhu hundumaa irratti milkaaʼina argachuu* isaa itti fufe;+ Yihowaanis isaa wajjin jira ture.+ 2 Saamuʼel 5:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Akka kanaan Daawit caalaatti jabaachaa deeme;+ Yihowaan Waaqni Raayyaas isaa wajjin jira ture.+
14 Daawit wanta godhu hundumaa irratti milkaaʼina argachuu* isaa itti fufe;+ Yihowaanis isaa wajjin jira ture.+