1 Saamuʼel 17:58 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 58 Yeroo kanatti Saaʼol, “Gurbaa, ati ilma eenyuu ti?” jedhee isa gaafate; Daawitis, “Ani ilma tajaajilaa kee Issey+ isa nama Beetaliheem+ taʼe sanaa ti” jedhee isaaf deebise. Maatewos 1:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Issey Daawit+ Mooticha dhalche. Daawit haadha manaa Uuriyaa irraa Solomooniin+ dhalche;
58 Yeroo kanatti Saaʼol, “Gurbaa, ati ilma eenyuu ti?” jedhee isa gaafate; Daawitis, “Ani ilma tajaajilaa kee Issey+ isa nama Beetaliheem+ taʼe sanaa ti” jedhee isaaf deebise.