-
1 Seenaa Baraa 11:26-41Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Loltoonni jajjaboon humnoota waraanaa kanneen kana turan: Asaahel+ obboleessa Yoʼaab, Elhaanaan ilma Doodoo Beetaliheemichaa,+ 27 Shaamoot Harooricha, Heleez Phelonicha, 28 Iiraa+ ilma Iqeesh Teqoohaatichaa, Abiʼezer+ Anaatoticha, 29 Sibekaay+ Hushaaticha, Iilaay Ahohicha, 30 Maahaaraay+ Netooficha, Heleed+ ilma Baʼaanaa Netoofichaa, 31 Iitaay ilma Ribaay Biiniyaamichaa+ isa nama biyya Gibeʼaa taʼe, Benaayaa Phiraatonicha, 32 Huraay isa nama sululawwan* Gaʼaash+ taʼe, Abiʼeel Arbaaticha, 33 Azmaawet Baahuriimicha, Eliyaabaa Shaʼaalbonicha, 34 ilmaan Hasheem Gizoonichaa, Yonaataan ilma Shaagee Haraarichaa, 35 Ahiʼaam ilma Saakaar Haraarichaa, Eliifaal ilma Uur, 36 Hefeer Mekeraaticha, Ahiyaa Phelonicha, 37 Hezroo Qarmeelosicha, Naʼaaraay ilma Ezbaay, 38 Yooʼel obboleessa Naataan, Mibhaar ilma Hagrii, 39 Zeleeq Amoonicha, Naahaaraay Beʼeeroticha isa Yoʼaab ilma Zeruuyaatiif meeshaa waraanaa baatu; 40 Iiraa Yitricha, Gaareb Yitricha, 41 Uuriyaa+ Heeticha, Zaabaad ilma Ahilaay,
-