-
2 Saamuʼel 11:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Namoonni magaalattii yommuu gad baʼanii Yoʼaabii wajjin wal waraanan, tajaajiltoota Daawit keessaa tokko tokko ni kufan; Uuriyaan Heetichis warra duʼan keessaa tokko ture.+
-
-
1 Mootota 15:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Kun kan taʼe, Daawit wanta Yihowaa duratti sirrii taʼe waan raawwateefi; inni Uuriyaa Heetichaa wajjin haala wal qabateen wanta raawwateen alatti, bara jireenyaa isaa guutuu wanta inni isa ajaje kam irraa iyyuu hin jalʼanne.+
-