LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 11:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Achiis Daawit akka ishii fidaniif ergamtoota erge.+ Kanaafuu, ishiin gara isaatti ol seente; innis ishii wajjin ciise.+ (Kunis kan taʼe yeroo ishiin xuraaʼummaa* ishii irraa of qulqulleessaa turtetti dha.)+ Sana booda ishiin gara mana ishiitti deebite.

  • 2 Saamuʼel 11:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Xalayaa sana irrattis, “Uuriyaa bakka lolli cimaan itti godhamutti toora fuulduraa irra dhaabbachiisi. Achiis akka inni rukutamee duʼuuf, isin isa duubaa baqadhaa” jedhee barreesse.+

  • Faarfannaa 51:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • Geggeessaa muuziqaatiif. Faarfannaa Daawit isa inni erga Baat Sheebaa+ wajjin saalqunnamtii raawwatee booda yommuu Naataan raajichi gara isaa dhufetti faarfate.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi