LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 12:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Kanaa mannaa, gara bakka Waaqni keessan Yihowaan maqaa isaatiif, akkasumas iddoo jireenyaa isaa akka taʼuuf guutummaa gosoota keessanii gidduudhaa filatu sanaa dhaqaatii achitti isa waaqeffadhaa.+ 6 Aarsaawwan keessan warra gubaman,+ aarsaawwan keessan warra kaan, kurnoowwan keessan,*+ buusii harka keessan irraa kennitan,+ kennaawwan wareegaa keessan, kennaawwan keessan warra fedhiidhaan kennitan,+ akkasumas loonii fi bushaayee keessan keessaa warra jalqaba dhalatan achitti geessitu.+

  • 1 Mootota 5:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 “Abbaan koo Daawit hanga Yihowaan diinota isaa faana miila isaa jala isaaf galchutti kallattii hundumaatiin waraanni waan isa irratti banamaa tureef, maqaa Waaqa isaa Yihowaatiif mana ijaaruu akka hin dandeenye akka gaariitti beekta.+

  • 1 Seenaa Baraa 28:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 “Inni akkana naan jedheera: ‘Ani ilma koo godhee waanan isa filadhee fi abbaas waanan isaaf taʼuuf, mana koo fi mooraawwan koo kan naaf ijaaru ilma kee Solomooni.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi