LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 7:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Yeroo kanatti Saamuʼel ilmoo hoolaa hootu tokko fuudhee aarsaa guutummaatti gubamu+ godhee Yihowaadhaaf ni dhiheesse; Israaʼelota akka gargaarus Yihowaa isaaniif kadhate; Yihowaanis deebii isaaf ni kenne.+

  • 1 Saamuʼel 10:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Achiis na dursiitii Gilgaalitti+ gad buʼi; anis achitti aarsaawwan gubamanii fi aarsaawwan gamtaa dhiheessuuf gara keetti gad nan buʼa. Hanga ani gara kee dhufutti guyyaa torbaaf eeguu qabda. Sana booda ani wanta gochuu qabdu sin beeksisa.”

  • 1 Seenaa Baraa 21:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Achiis Daawit bakka sanatti Yihowaadhaaf iddoo aarsaa ijaaree,+ aarsaawwan gubamanii fi aarsaawwan gamtaa dhiheesse; Yihowaas ni waammate; innis yeroo kanatti aarsaawwan iddoo aarsaa aarsaan gubamu irratti dhihaatu sana irra jiran gubuuf samii irraa ibidda erguudhaan deebii isaaf ni kenne.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi