LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 29:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Daawit Mootichi yeroo kanatti guutummaa gumichaatiin akkana jedhe: “Ilmi koo Solomoon inni Waaqayyo filate,+ ijoollee dha, muuxannoos hin qabu;*+ hojichi immoo cimaa dha; sababiin isaas manni qulqullummaa* kun kan ijaaramu namaaf utuu hin taʼin Yihowaadhaafi.+

  • Ermiyaas 1:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Ani garuu, “Wayyoo, yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa!

      Daaʼima* waanan taʼeef,+ akkamitti akkan dubbadhu hin beeku”+ nan jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi