-
Iyyaasuu 19:48Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
48 Dhaalli gosti Daan akka maatii maatii isaaniitti argatan kana ture. Magaalonnii fi gandeen isaaniis kanneen kana turan.
-