- 
	                        
            
            Abbootii Murtii 9:4-6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
4 Achiis isaan mana* Baʼaal Beriit+ keessaa meetii sheeqilii* 70 isaaf kennan; Abimelekis akka isa duukaa buʼaniif namoota hojii hiikanii fi kashalabbee taʼan ittiin bitate. 5 Sana booda gara mana abbaa isaa isa Ofraatti+ argamuu dhaqee ilmaan Yerubaʼaal 70n warra obboloota isaa taʼan dhagaa tokko irratti ni ajjeese.+ Yootaam ilmi Yerubaʼaal inni quxisuu hundumaa taʼe dhokatee waan tureef, lubbuudhaan kan oole isa qofa dha.
6 Achiis geggeessitoonni Sheekem hundii fi namoonni Beet Miiloo hundi walitti qabamanii, siidaa Sheekem keessatti argamuu fi muka guddaa sana bira jiru biratti Abimelekiin mootii godhan.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            1 Mootota 1:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
21 Taʼuu baannaan, akkuma gooftaan koo mootichi abbootii isaa wajjin boqoteen, anii fi ilmi koo Solomoon akka gantootaatti ilaalamna.”
 
 -