Fakkeenya 1:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 1 Fakkeenya Solomoon,+ isa ilma Daawitii+ fi mootii Israaʼel+ taʼe sanaa: Lallaba 12:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Sassaabdichi ogeessa taʼuu qofa utuu hin taʼin, wanta beekus utuu wal irraa hin kutin namoota barsiiseera;+ kana malees, fakkeenyota hedduu walitti qabuuf* irratti yaadeera, qorannaa guddaas godheera.+
9 Sassaabdichi ogeessa taʼuu qofa utuu hin taʼin, wanta beekus utuu wal irraa hin kutin namoota barsiiseera;+ kana malees, fakkeenyota hedduu walitti qabuuf* irratti yaadeera, qorannaa guddaas godheera.+