1 Mootota 4:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Waaqayyos ogummaa fi hubannaa guddaa, akkasumas gara balʼina* akka cirracha qarqara galaanaa taʼe Solomooniif ni kenne.+ 1 Mootota 4:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Inni fakkeenyota+ 3,000 ni qindeesse;* lakkoofsi faarfannaawwan+ isaatiis 1,005 ture. Fakkeenya 1:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 1 Fakkeenya Solomoon,+ isa ilma Daawitii+ fi mootii Israaʼel+ taʼe sanaa:
29 Waaqayyos ogummaa fi hubannaa guddaa, akkasumas gara balʼina* akka cirracha qarqara galaanaa taʼe Solomooniif ni kenne.+