LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 9:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Mootuun biyya Sheebaa+ waaʼee Solomoon dhageessee, gaaffiiwwan ulfaatoo taʼaniin* isa qoruuf gara Yerusaalem ni dhufte. Ishiinis namoota hedduu of duukaa buustee, zayitii baalsaamii,* warqii hedduu+ fi dhagoota gatii guddaa qaban gaalotatti feetee dhufte. Gara Solomoonitti seentees waan garaa ishii hundumaa isatti himte.+

  • 2 Seenaa Baraa 9:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Mootonni lafa irra jiraatan hundi ogummaa Waaqni dhugaan garaa Solomoon keessa kaaʼe dhagaʼuuf isaa wajjin wal arguu* barbaadu turan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi