LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 3:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Kanaan kan kaʼes, Israaʼelonni hundi waaʼee murtii mootichi dabarse kanaa ni dhagaʼan; inni murtii haqaa akka kennuuf Waaqayyo ogummaa akka isaaf kenne+ waan arganiif, mooticha ni kabajan.*+

  • 1 Mootota 4:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Mootota guutummaa lafaa warra waaʼee ogummaa isaa dhagaʼan dabalatee, namoonni saba hundumaa keessa jiran ogummaa Solomoon dhagaʼuuf gara isaa ni dhufu turan.+

  • 2 Seenaa Baraa 1:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 ogummaanii fi beekumsi siif ni kennama; haa taʼu malee, ani qabeenya, soorumaa fi ulfina si dura mootiin kam iyyuu hin qabnee fi si boodas eenyu iyyuu hin arganne siifan kenna.”+

  • Fakkeenya 2:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Sababiin isaas, Yihowaan ogummaa ni kenna;+

      Beekumsii fi hubannaanis afaan isaa keessaa ni baʼu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi