1 Mootota 1:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Kana gidduutti Adoniyaa+ ilmi Haagiit, “Ani mootiin taʼa!” jechuudhaan of guguddisuu jalqabe. Inni gaarii fardaa abbootii fardeenii wajjin, akkasumas namoota 50 isa dura fiigan qopheeffate.+ 1 Mootota 1:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Achiis Naataan+ Baat Sheebaa+ haadha Solomooniin+ akkana jedhe: “Ati Adoniyaan+ ilmi Haagiit mootii akka taʼe, gooftaan keenya Daawit immoo waaʼee kanaa homaa akka hin beekne hin dhageenyee?
5 Kana gidduutti Adoniyaa+ ilmi Haagiit, “Ani mootiin taʼa!” jechuudhaan of guguddisuu jalqabe. Inni gaarii fardaa abbootii fardeenii wajjin, akkasumas namoota 50 isa dura fiigan qopheeffate.+
11 Achiis Naataan+ Baat Sheebaa+ haadha Solomooniin+ akkana jedhe: “Ati Adoniyaan+ ilmi Haagiit mootii akka taʼe, gooftaan keenya Daawit immoo waaʼee kanaa homaa akka hin beekne hin dhageenyee?