Baʼuu 40:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Akkuma Yihowaan Musee ajajetti Taaboticha godoo qulqulluu sanatti ni galche; golgaa+ isaa sanas iddoo isaatti fannisee taabota Dhugaa Baatuu sana golgichaan ni dhokse.+ 1 Mootota 8:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Achiis luboonni taabota kakuu Yihowaa sana fidanii kutaa manichaa isa keessaa,+ jechuunis Kutaa Hundumaa Caalaa Qulqulluu Taʼe keessa qoochoowwan kiruubelotaa sana jala bakka isaaf qophaaʼe ni kaaʼan.+
21 Akkuma Yihowaan Musee ajajetti Taaboticha godoo qulqulluu sanatti ni galche; golgaa+ isaa sanas iddoo isaatti fannisee taabota Dhugaa Baatuu sana golgichaan ni dhokse.+
6 Achiis luboonni taabota kakuu Yihowaa sana fidanii kutaa manichaa isa keessaa,+ jechuunis Kutaa Hundumaa Caalaa Qulqulluu Taʼe keessa qoochoowwan kiruubelotaa sana jala bakka isaaf qophaaʼe ni kaaʼan.+