-
1 Mootota 10:16, 17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Solomoon Mootichi gaachana guguddaa 200 warqii makaa sibiilaa qabu irraa ni hojjete+ (tokkoon tokkoon gaachanichaa warqii sheeqilii* 600 qaba ture);+ 17 kana malees, gaachana xixinnoo* warqii makaa sibiilaa qabu 300 ni hojjete (tokkoon tokkoon gaachana xixinnoo kanaas warqii miinaa* sadii qaba ture). Achiis mootichi Mana Bosona Libaanon+ jedhamu keessa isaan kaaʼe.
-