-
1 Mootota 7:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Solomoon mana* ofii isaa+ guutummaatti ijaaree xumuruuf waggaa 13 isatti fudhate.+
2 Inni Mana Bosona Libaanon+ jedhamuu fi dheerinni isaa dhundhuma* 100, dalgi isaa dhundhuma 50, ol dheerinni isaa immoo dhundhuma 30 taʼe utubaawwan gaattiraa tarree afuriin dhaabamaniin ni ijaare; baattuuwwan muka gaattiraas+ utubaawwan sana irra kaaʼamanii turan.
-