-
1 Mootota 7:46Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
46 Mootichi koonyaa Yordaanos keessatti Suukootii fi Zaaretaan gidduutti miʼawwan suphee boca baasuuf oolanitti fayyadamee miʼawwan kun baqfamanii akka hojjetaman godhe.
-
-
2 Seenaa Baraa 4:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Afaan Galaanichaa jala dhundhuma tokko tokko keessatti faayaan buqqee+ kudhan kudhan itti naanneffamee jira ture. Buqqeen sunis tarree lamaan Galaanichaa wajjin tokko taʼee kan hojjetame ture.
-