-
2 Seenaa Baraa 5:2, 3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Yeroo sanatti Solomoon jaarsolii Israaʼel, dura buutota gosootaa hundumaa fi dura buutota abbootii manneen Israaʼel walitti ni qabe. Isaanis taabota kakuu Yihowaa Xiyoon+ ishii Magaalaa Daawit+ taate keessaa fiduuf gara Yerusaalem ni dhufan. 3 Namoonni Israaʼel hundis ayyaana* isa jiʼa torbaffaatti ayyaaneffatamu irratti mooticha duratti walitti ni qabaman.+
-