Leewwota 23:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 “Israaʼelotaan akkana jedhi: ‘Guyyaa 15ffaa jiʼa torbaffaa kanaa irraa jalqabee guyyaa torbaaf Yihowaadhaaf Ayyaanni Daasii* ni kabajama.+ 2 Seenaa Baraa 7:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yeroo sanatti Solomoon guutummaa Israaʼel, jechuunis gumii guddaa biyya Lebo Hamaatii* hanga Laga Gogaa* Gibxiitti+ argamu irraa dhufee wajjin guyyaa torbaaf ayyaanicha ni ayyaaneffate.+
34 “Israaʼelotaan akkana jedhi: ‘Guyyaa 15ffaa jiʼa torbaffaa kanaa irraa jalqabee guyyaa torbaaf Yihowaadhaaf Ayyaanni Daasii* ni kabajama.+
8 Yeroo sanatti Solomoon guutummaa Israaʼel, jechuunis gumii guddaa biyya Lebo Hamaatii* hanga Laga Gogaa* Gibxiitti+ argamu irraa dhufee wajjin guyyaa torbaaf ayyaanicha ni ayyaaneffate.+