Leewwota 23:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 “Israaʼelotaan akkana jedhi: ‘Guyyaa 15ffaa jiʼa torbaffaa kanaa irraa jalqabee guyyaa torbaaf Yihowaadhaaf Ayyaanni Daasii* ni kabajama.+ Keessa Deebii 16:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 “Oobdii kee, akkasumas bakka zayitii fi wayinii kee itti cuunfitu irraa oomisha kee yommuu galfattu guyyaa torbaaf Ayyaana Daasii* kabaji.+
34 “Israaʼelotaan akkana jedhi: ‘Guyyaa 15ffaa jiʼa torbaffaa kanaa irraa jalqabee guyyaa torbaaf Yihowaadhaaf Ayyaanni Daasii* ni kabajama.+
13 “Oobdii kee, akkasumas bakka zayitii fi wayinii kee itti cuunfitu irraa oomisha kee yommuu galfattu guyyaa torbaaf Ayyaana Daasii* kabaji.+