-
Keessa Deebii 10:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Anis deebiʼee gaaricha irraa gad nan buʼe;+ achiis akkuma Yihowaan na ajajetti gabateewwan kana bakkuma amma jiran, jechuunis taabota ani tolche keessa nan kaaʼe.
-