Leewwota 26:40 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 40 Achiis balleessaa ofii isaanii, akkasumas balleessaa fi amanamummaa dhabuu abbootii isaanii ni himatu;+ ana mormuudhaan amanamoo utuu hin taʼin hafuu isaaniis ni amanu.+
40 Achiis balleessaa ofii isaanii, akkasumas balleessaa fi amanamummaa dhabuu abbootii isaanii ni himatu;+ ana mormuudhaan amanamoo utuu hin taʼin hafuu isaaniis ni amanu.+