Isaayyaas 41:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Ani sii wajjin waanan jiruuf, hin sodaatin.+ Waaqa kee waanan taʼeef, hin dhiphatin.+ Ani sin jabeessa, eeyyee, sin gargaara,+Ani dhugumaan harka qajeelummaa koo isa mirgaatiin cimsee sin qaba.’ Ibroota 13:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Akkaataan jireenyaa keessan jaalala maallaqaa irraa walaba haa taʼu,+ wantoota amma qabdanitti gammadaa jiraadhaa.+ Sababiin isaas inni, “Ani matumaa si hin dhiisu, matumaas si hin gatu”+ jedheera.
10 Ani sii wajjin waanan jiruuf, hin sodaatin.+ Waaqa kee waanan taʼeef, hin dhiphatin.+ Ani sin jabeessa, eeyyee, sin gargaara,+Ani dhugumaan harka qajeelummaa koo isa mirgaatiin cimsee sin qaba.’
5 Akkaataan jireenyaa keessan jaalala maallaqaa irraa walaba haa taʼu,+ wantoota amma qabdanitti gammadaa jiraadhaa.+ Sababiin isaas inni, “Ani matumaa si hin dhiisu, matumaas si hin gatu”+ jedheera.