- 
	                        
            
            2 Seenaa Baraa 8:17, 18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
17 Sana booda, Solomoon gara Eexiyoon Geberii+ fi gara Eeloot+ warra biyya Edoom+ keessa qarqara galaanichaatti argamanii ni deeme. 18 Hiiraamis+ dooniiwwanii fi namoota doonii irratti hojjechuudhaan muuxannoo qaban karaa tajaajiltoota ofii isaa isaaf ni erge. Isaanis tajaajiltoota Solomoonii wajjin gara Ofiir+ dhaqanii warqii+ taalaantii* 450 achii fuudhanii Solomoon Mootichaaf fidan.+
 
 -