LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 9:26-28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Kana malees, Solomoon Mootichi biyya Edoom+ keessaa Eexiyoon Geber+ ishii Eeloot bira, Galaana Diimaa qarqaratti argamtutti dooniiwwan ni hojjete. 27 Hiiraam tajaajiltoota Solomoonii wajjin akka hojjetaniif tajaajiltoota ofii isaa, jechuunis namoota doonii irratti hojjechuudhaan muuxannoo qaban dooniiwwan kanaa wajjin ni erge.+ 28 Isaanis gara Ofiir+ dhaqanii warqii taalaantii 420 achii fuudhanii Solomoon Mootichaaf fidan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi