Keessa Deebii 2:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Kanaafuu, nuti daandii Arabaa, Eelaatii fi Eexiyoon Geber irraa fagaannee,+ sanyii Esaawu warra obboloota keenya taʼanii fi Seʼiir keessa jiraachaa jiran sana bira ni darbine.+ “Sana booda deebinee karaa lafa onaa Moʼaab irra deemne.+
8 Kanaafuu, nuti daandii Arabaa, Eelaatii fi Eexiyoon Geber irraa fagaannee,+ sanyii Esaawu warra obboloota keenya taʼanii fi Seʼiir keessa jiraachaa jiran sana bira ni darbine.+ “Sana booda deebinee karaa lafa onaa Moʼaab irra deemne.+