-
Abbootii Murtii 9:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Yeroo booda Abimelek+ ilmi Yerubaʼaal gara obboloota haadha isaa warra Sheekem keessatti argamanii dhaqee isaanii fi guutummaa maatii akaakayyuu isaatiin* akkana jedhe: 2 “Maaloo geggeessitoota* Sheekem hundumaa akkana jedhaa gaafadhaa: ‘Ilmaan Yerubaʼaal 70n hundi+ isin bulchuu isaanii moo, namni tokko isin bulchuu isaa wayya? Kana malees ani lafee keessanii fi foon keessan* taʼuu koo yaadadhaa.’”
-