LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 11:12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Haa taʼu malee, ani abbaa kee Daawitiif jedhee bara jireenyaa keetti kana hin godhu. Harka ilma keetii irraa mootummicha nan tarsaasa;+ 13 taʼus ani guutummaa mootummichaa isa irraa hin tarsaasu.+ Tajaajilaa koo Daawitii fi Yerusaalem ishii ani filadheef+ jedhee gosa tokko ilma keetiif nan kenna.”+

  • 2 Seenaa Baraa 11:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Luboonnii fi Leewwonni warri guutummaa Israaʼel keessa turan naannoowwan isaanii hundumaa keessaa baʼanii isa cinaa dhaabbatan.

  • 2 Seenaa Baraa 11:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Gosoota Israaʼel hundumaa keessaa namoonni Yihowaa Waaqa Israaʼeliin barbaaddachuuf garaa isaaniitti murteessan, Waaqa abbootii isaanii kan taʼe Yihowaadhaaf aarsaa dhiheessuuf isaan duukaa buʼanii gara Yerusaalem deeman.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi