LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 13:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Kanaafuu, inni reefficha awwaala ofii isaa keessatti ni awwaale; isaanis, “Wayyoo, yaa obboleessa koo!” jedhanii isaaf ni booʼan.

  • 2 Mootota 23:17, 18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Achiis, “Siidaan awwaalaa ani gamatti argu kun maali dha?” jedhe. Yeroo kanatti namoonni magaalattii, “Awwaala nama Waaqa dhugaa isa Yihudaadhaa dhufee+ fi wantoota ati iddoo aarsaa Beetel irratti raawwatte kana dursee dubbate sanaa ti” isaan jedhan. 18 Kanaafuu inni, “Dhiisaa haa boqotu. Eenyu iyyuu lafee isaa akka hin tuqne” jedhe. Kanaafuu, isaan lafee isaa fi lafee raajicha Samaariyaadhaa dhufe sanaa utuu hin tuqin dhiisan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi