LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 18:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Achiis guutummaan yaaʼii Israaʼel Shiilootti+ walitti qabamanii dunkaana walgaʼichaa achi dhaaban;+ yeroo kanatti biyyattiin isaaniif bitamtee turte.+

  • 1 Saamuʼel 4:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Loltoonni sun gara buufata isaaniitti yommuu deebiʼan jaarsoliin Israaʼel akkana jedhan: “Yihowaan nuti harʼa Filisxeemotaan akka moʼamnu maaliif heyyame?*+ Kottaa, nu bira taʼee harka diinota keenyaa jalaa akka nu oolchuuf taabota kakuu Yihowaa Shiiloodhaa haa finnu.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi