LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 16:11-14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Seenaan Aasaa jalqabaa kaasee hamma dhumaatti, Kitaaba Mootota Yihudaa fi Israaʼel keessatti barreeffameera.+

      12 Aasaan mootii taʼee waggaa 39ffaa isaatti dhukkuba miilaatiin qabame; dhukkubni isaas isatti cime; inni utuma dhukkubsatee jiruu illee gara ogeessota fayyaatti malee, gara Yihowaatti hin deebine. 13 Achiis Aasaan abbootii isaa wajjin ni boqote;+ mootii taʼee waggaa 41ffaa isaattis ni duʼe. 14 Kanaafuu, isaan iddoo awwaalchaa ulfina qabeessa isa inni Magaalaa Daawit+ keessatti ofii isaatiif qochisiise keessatti isa awwaalan; siree reeffaa zayitii baalsaamii fi dibata wantoonni adda addaa walitti makamanii karaa adda taʼeen qopheeffameen guutame irra isa ciibsan.+ Kana malees, ulfina isaatiif ibidda guddaa ni bobeessan.*

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi