-
1 Mootota 19:9, 10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Achittis holqa+ tokko keessa seenee achi keessa bule; yeroo kanatti dubbiin Yihowaa gara isaa dhufee, “Eeliyaas, asii maal hojjetta?” isaan jedhe. 10 Innis, “Ani Yihowaa Waaqa Raayyaatiif baayʼee hinaafeera;+ namoonni Israaʼel kakuu kee dhiisaniiru;+ iddoowwan aarsaa kee diiganiiru; raajota kees goraadeedhaan ajjeesaniiru;+ kunoo, kan hafe anuma qofa dha. Amma immoo isaan lubbuu koo balleessuu barbaadu”+ jedhe.
-