31 Achiis Yoʼaas+ namoota isa falmaa turan hundumaatiin akkana jedhe: “Isin Baʼaaliif falmuu qabduu? Isa oolchuun isin irra jiraa? Namni isaaf falmu kam iyyuu ganama kana haa ajjeefamu.+ Inni waaqa yoo taʼe, namni tokko iddoo aarsaa isaa waan jalaa diigeef, ofii isaatiif haa falmatu.”+