- 
	                        
            
            1 Saamuʼel 14:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
15 Sana booda dirree buufatichaa keessaa fi namoota buufata loltootaa keessa jiran hundumaa gidduutti sodaan ni babalʼate; tuutawwan weerartootaa+ illee ni sodaatan. Lafti kirkiruu jalqabde; sodaanis Waaqayyo biraa isaanitti ni dhufe.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Iyyoob 9:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
6 Inni lafa iddoo ishiitii ni sochoosa,
Kanaan kan kaʼes utubaawwan ishii ni hollatu.+
 
 -