LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 31:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Gara biyya ani abbootii isaaniitiif kakadhetti,+ jechuunis gara biyya aannanii fi damma maddisiistutti+ yommuun isaan fidu, isaan nyaatanii quufanii badhaadhota* yommuu taʼan,+ gara waaqolii kan birootti ni garagalu, isaaniinis ni tajaajilu; ana garuu ni tuffatu, kakuu koos ni cabsu.+

  • Faarfannaa 78:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Garaan isaanii isa biratti cimaa hin turre;+

      Isaan kakuu isaatiif amanamoo hin turre.+

  • Isaayyaas 1:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Saba cubbamaadhaaf,+

      Uummata dogoggorri isaa itti ulfaateef,

      Sanyii namoota hamootiif, ijoollee mancaʼoo taʼaniif wayyoo!

      Isaan Yihowaa dhiisaniiru;+

      Isa Qulqulluu kan Israaʼel tuffataniiru;

      Isa irraas garagalaniiru.

  • Ermiyaas 22:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Isaanis, “Kakuu Waaqa isaanii Yihowaa dhiisanii waaqolii kan birootiif waan sagadanii fi waan isaan tajaajilaniifi” jedhanii deebisu.’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi