Keessa Deebii 31:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Kunoo, ati duʼuuf* jetta; sabni kun biyya dhaqaa jiru keessatti waaqolii ormaa warra naannoo isaatti argamanii wajjin karaa hafuuraa sagaagalummaa raawwachuu ni jalqaba.+ Isaan na dhiisu,+ kakuu ani isaanii wajjin gales ni cabsu.+ Ermiyaas 2:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yihowaan akkana jedha: “Abbootiin keessan baayʼee kan na irraa fagaatan,Waaqolii tolfamoo gatii hin qabne duukaa buʼanii+ ofii isaaniitiifis gatii kan hin qabne kan taʼan,+Balleessaa akkamii na irratti argatanii ti?+
16 Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Kunoo, ati duʼuuf* jetta; sabni kun biyya dhaqaa jiru keessatti waaqolii ormaa warra naannoo isaatti argamanii wajjin karaa hafuuraa sagaagalummaa raawwachuu ni jalqaba.+ Isaan na dhiisu,+ kakuu ani isaanii wajjin gales ni cabsu.+
5 Yihowaan akkana jedha: “Abbootiin keessan baayʼee kan na irraa fagaatan,Waaqolii tolfamoo gatii hin qabne duukaa buʼanii+ ofii isaaniitiifis gatii kan hin qabne kan taʼan,+Balleessaa akkamii na irratti argatanii ti?+