Keessa Deebii 32:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Isaan wanta waaqa hin taaneen aariidhaaf* na kakaasaniiru;+Waaqolii tolfamoo isaanii warra gatii hin qabneenis na dheekkamsiisaniiru.+ Kanaafuu, ani wanta saba hin taaneen hinaaffaadhaaf isaan nan kakaasa;+Saba gowwaa taʼeenis isaan nan aarsa.+
21 Isaan wanta waaqa hin taaneen aariidhaaf* na kakaasaniiru;+Waaqolii tolfamoo isaanii warra gatii hin qabneenis na dheekkamsiisaniiru.+ Kanaafuu, ani wanta saba hin taaneen hinaaffaadhaaf isaan nan kakaasa;+Saba gowwaa taʼeenis isaan nan aarsa.+