-
Faarfannaa 115:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Waaqolii tolfamoon isaanii meetii fi warqii,
Warra hojii harka namaa taʼani dha.+
-
-
Faarfannaa 115:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Namoonni isaan tolchan,
Warri isaanitti amanaman hundis akkuma isaanii ni taʼu.+
-