-
Ermiyaas 10:8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Hundi isaanii hubannaa kan hin qabnee fi gowwoota dha.+
Barumsi muka irraa argamu abjuu* qofa dha.+
9 Saaniiwwan meetii Tarshiish+ irraa, warqiinis Uufaaz irraa ni fidama,
Isaan hojii ogeessa harkaa, hojii namni sibiila tumu tolchu dha.
Uffanni isaanii foʼaa bifa cuquliisaa fi suufii bifa dhiilgee ti.
Hundi isaanii namoota dandeettii qabaniin kan tolfamani dha.
-
-
1 Qorontos 10:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Egaa, ani maal jechaan jira? Wanti waaqa tolfamaadhaaf aarsaa taʼe gatii qaba yookiin waaqni tolfamaan gatii qaba jechuu koo tii?
-