LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 6:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Isaan horii isaanii fi dunkaanota isaanii qabatanii akka awwaannisaatti baayʼatanii dhufu turan;+ isaanii fi gaalonni isaaniis lakkaaʼamuu hin dandaʼan turan;+ biyyattii balleessuufis gara ishiitti ni seenu turan. 6 Akka kanaan, Israaʼel Miidiyaaniin kan kaʼe akka malee ni hiyyoome; Israaʼelonnis gargaarsaaf gara Yihowaatti iyyatan.+

  • 1 Saamuʼel 13:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Filisxeemonnis Israaʼelota waraanuuf gaarii fardaa 30,000, abbootii fardeenii 6,000 fi loltoota lakkoofsi isaanii akka cirracha qarqara galaanaa baayʼatu walitti qabatan;+ achiis ol baʼanii Mikmaash ishii Beet Aween+ irraa gara bahaatti argamtu keessa buufatan.

  • 2 Seenaa Baraa 32:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 “Onnadhaa, cimaas. Warra isaa wajjin jiran irra warri nuu wajjin jiran waan caalaniif,+ mootii Asoorii fi namoota hedduu isaa wajjin jiran hundumaatiin kan kaʼe hin sodaatinaa yookiin hin jeeqaminaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi