Baʼuu 20:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 “Nama irratti sobaan ragaa hin baʼin.+ Keessa Deebii 17:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Namni duʼuu qabu tokko ragaa* namoonni lama yookiin namoonni sadii dhiheessaniin+ haa ajjeefamu. Namni kun ragaa namni tokko dhiheessuun ajjeefamuu hin qabu.+
6 Namni duʼuu qabu tokko ragaa* namoonni lama yookiin namoonni sadii dhiheessaniin+ haa ajjeefamu. Namni kun ragaa namni tokko dhiheessuun ajjeefamuu hin qabu.+