8 Bulchiinsa keessa jiraattu keessatti hacuuccaa hiyyeessa irra gaʼu akkamii iyyuu, akkasumas haqnii fi qajeelummaan jalʼachuu isaa yoo argite waaʼeen kanaa si hin dinqisiisin.+ Sababiin isaas, kan isa irra caalu abbaa taayitaa ol aanaa sana ni ilaala; warri isaan irra caalan kan biroonis jiru.