Lallaba 7:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Jireenya koo isa gatii hin qabne+ keessatti, nama qajeelaa isa qajeelummaa isaatiin badu+ irraa jalqabee hamma nama hamaa isa utuma wanta hamaa raawwatuu bara dheeraa jiraatuutti+ wanta hundumaa argeera.
15 Jireenya koo isa gatii hin qabne+ keessatti, nama qajeelaa isa qajeelummaa isaatiin badu+ irraa jalqabee hamma nama hamaa isa utuma wanta hamaa raawwatuu bara dheeraa jiraatuutti+ wanta hundumaa argeera.