Iyyoob 21:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Namoonni hamoon lubbuudhaan kan jiraatan,+Dulluma bira kan gaʼanii fi kan badhaadhan* maaliifi?+ Faarfannaa 73:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Eeyyee, namoonni kun hamoota, warra yeroo hunda rakkina malee jiraatani dha.+ Isaan qabeenya isaanii ni baayʼifatu.+
12 Eeyyee, namoonni kun hamoota, warra yeroo hunda rakkina malee jiraatani dha.+ Isaan qabeenya isaanii ni baayʼifatu.+