LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 3:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yeroo kanatti Yoshaafaax, “Raajiin Yihowaa karaa isaatiin Yihowaa gaafachuu dandeenyu as hin jiruu?” jedhee gaafate.+ Kanaafuu, tajaajiltoota mootii Israaʼel keessaa inni tokko, “Eelsaaʼiin+ ilmi Shaafaax inni Eeliyaasiif+ bishaan harkaa buusaa* ture jira” jedhee isaaf deebise.

  • 2 Seenaa Baraa 18:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Yeroo kanatti Yoshaafaax, “Bakka kana raajiin Yihowaa hin jiruu?+ Mee karaa isaatiinis haa gaafannu” jedhe.+ 7 Mootiin Israaʼelis Yoshaafaaxiin, “Karaa isaa Yihowaa gaafachuu kan dandeenyu namni hafe tokko jira;+ garuu inni yeroo hundumaa waaʼee koo wanta hamaa malee takkaa raajii gaarii taʼe waan hin dubbanneef ani isa nan jibba.+ Innis Mikaayaa ilma Yimlaa ti” jedhe. Yoshaafaax garuu, “Mootichi wanta akkanaa dubbachuu hin qabu” isaan jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi