-
1 Mootota 22:7, 8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Yeroo kanatti Yoshaafaax, “Bakka kana raajiin Yihowaa hin jiruu? Mee karaa isaatiinis haa gaafannu” jedhe.+ 8 Mootiin Israaʼelis Yoshaafaaxiin, “Karaa isaa Yihowaa gaafachuu kan dandeenyu namni hafe tokko jira;+ garuu inni waaʼee koo wanta hamaa malee takkaa raajii gaarii waan hin dubbanneef+ ani isa nan jibba.+ Innis Mikaayaa ilma Yimlaa ti” jedhe. Yoshaafaax garuu, “Mootichi wanta akkanaa dubbachuu hin qabu” isaan jedhe.
-