2 Seenaa Baraa 18:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Yoshaafaax ni soorome, ulfina guddaas ni argate;+ taʼus gaaʼelaan Ahaabitti+ ni firoome. 2 Seenaa Baraa 19:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yehuun+ ilmi Hanaanii+ inni mulʼata argu, isa argachuuf baʼee Yoshaafaax Mootichaan akkana jedhe: “Ati nama hamaa gargaaruu qabdaa?+ Warra Yihowaa jibban hoo jaallachuu qabdaa?+ Sababii kanaatiin dheekkamsi Yihowaa si irratti ni dhufa.
2 Yehuun+ ilmi Hanaanii+ inni mulʼata argu, isa argachuuf baʼee Yoshaafaax Mootichaan akkana jedhe: “Ati nama hamaa gargaaruu qabdaa?+ Warra Yihowaa jibban hoo jaallachuu qabdaa?+ Sababii kanaatiin dheekkamsi Yihowaa si irratti ni dhufa.