LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 8:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Yooraam+ ilmi Ahaab mootiin Israaʼel mootii taʼee waggaa shanaffaa isaatti, utuma Yoshaafaax mootii Yihudaa taʼee jiruu Yooraam+ ilmi Yoshaafaax mootii Yihudaa ni taʼe.

  • 2 Seenaa Baraa 21:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Sana booda Yoshaafaax abbootii isaa wajjin ni boqote; Magaalaa Daawit keessattis abbootii isaa wajjin ni awwaalame; ilmi isaa Yooraamis bakka isaa mootii taʼe.+

  • 2 Seenaa Baraa 21:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Yooraam yeroo mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 32 ture; Yerusaalem keessa taaʼees waggaa saddeetiif ni bulche.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi